Faarfannaa 81:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yeroo dhiphinaa keetti na waammatte, anis sin oolche;+Duumessa kakawweedhaan guutame keessaa* deebii siif nan kenne.+ Bishaanota Mariibaa* biratti sin qore.+ (Seelaa)
7 Yeroo dhiphinaa keetti na waammatte, anis sin oolche;+Duumessa kakawweedhaan guutame keessaa* deebii siif nan kenne.+ Bishaanota Mariibaa* biratti sin qore.+ (Seelaa)