-
Baʼuu 17:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Kunoo, ani achitti qarsaa isa Horeeb keessatti argamu irratti si dura nan dhaabbadha. Qarsaa sana rukuti; bishaanis achi keessaa ni baʼa; sabichis ni dhuga.”+ Museenis jaarsolii Israaʼel duratti akkanuma godhe. 7 Israaʼelonni Musee waan lolaniif, akkasumas, “Yihowaan nu gidduu jira moo hin jiru?” jedhanii Yihowaa waan qoraniif,+ inni maqaa iddoo sanaa Maasaa*+ fi Mariibaa*+ jedhee moggaase.
-