Keessa Deebii 6:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 “Akkuma Maasaatti isa qortanitti+ Waaqa keessan Yihowaa hin qorinaa.+ Faarfannaa 95:8, 9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Akkuma Mariibaatti* taʼetti,+Akkuma lafa onaa keessatti guyyaa Maasaatti* taʼettis+ garaa keessan didaa hin godhinaa; 9 Yeroo sanatti abbootiin keessan na qoraniiru;+Hojiiwwan koo kan argan taʼus, na shakkaniiru.+ Ibroota 3:8, 9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 akka yeroo dheekkamsa guddaadhaaf na kakaasan sanaa, akka guyyaa lafa onaa keessatti na qoran sanaa garaa keessan didaa hin godhinaa;+ 9 abbootiin keessan waggaa 40f hojiiwwan koo kan ilaalan taʼus iddoo sanatti na qoran.+
8 Akkuma Mariibaatti* taʼetti,+Akkuma lafa onaa keessatti guyyaa Maasaatti* taʼettis+ garaa keessan didaa hin godhinaa; 9 Yeroo sanatti abbootiin keessan na qoraniiru;+Hojiiwwan koo kan argan taʼus, na shakkaniiru.+
8 akka yeroo dheekkamsa guddaadhaaf na kakaasan sanaa, akka guyyaa lafa onaa keessatti na qoran sanaa garaa keessan didaa hin godhinaa;+ 9 abbootiin keessan waggaa 40f hojiiwwan koo kan ilaalan taʼus iddoo sanatti na qoran.+