LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 14:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Faraʼoon yommuu isaanitti dhihaatuttis, Israaʼelonni ol jedhanii warri Gibxii isaan ariʼaa akka jiran argan. Achiis Israaʼelonni sodaatanii gara Yihowaatti iyyuu jalqaban.+

  • Baʼuu 14:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Achiis Museen sabichaan akkana jedhe: “Hin sodaatinaa.+ Jabaadhaa dhaabbadhaa; fayyina Yihowaan harʼa isiniif raawwatus ilaalaa.+ Sababiin isaas, namoota Gibxii warra harʼa argitan kana matumaa lammata hin argitan.+

  • Faarfannaa 91:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Inni na waammata, anis deebii isaaf nan kenna.+

      Yeroo dhiphinaatti isaa wajjin nan taʼa.+

      Isa nan oolcha, ulfinas isaaf nan kenna.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi