-
Uumama 47:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Achiis Faraʼooniin akkana jedhan: “Biyya Kanaʼaan keessatti beelli akka malee hammaachuu isaatiin kan kaʼe,+ nuti tajaajiltoonni kee bakka bushaayee keenya itti dheechifannu waan dhabneef, namoota biyya ormaa taanee biyyattii keessa jiraachuuf dhufneerra.+ Kanaafuu, maaloo nuti tajaajiltoonni kee biyya Gooshen keessa akka jiraannu nuuf heyyami.”+
-