LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 15:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Achiis Waaqayyo Abraamiin akkana jedhe: “Sanyiin kee biyya kan isaanii hin taane keessatti orma taʼanii akka jiraatanii fi namoonni achi jiranis garboota godhatanii waggaa 400f akka isaan cunqursan beeki.+

  • Keessa Deebii 26:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Sana booda ati Waaqa kee Yihowaa duratti akkana jetta: ‘Abbaan koo nama biyya Aaraam+ asii fi achi jooru* ture; inni gara Gibxiitti gad buʼee+ nama biyya ormaa taʼee achi jiraate; maatiin isaas muraasa turan.+ Haa taʼu malee, inni achitti saba guddaa humna qabeessaa fi hedduu ni taʼe.+

  • Faarfannaa 105:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Achiis Israaʼel gara Gibxii ni dhufe,+

      Yaaqoobis nama biyya ormaa taʼee biyya Kaam keessa jiraate.

  • Hojii Ergamootaa 7:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kana malees, Waaqayyo sanyiin isaa biyya kan isaanii hin taane keessatti orma taʼanii akka jiraatanii fi namoonni sunis garboota godhatanii waggaa 400f akka isaan cunqursan* isatti hime.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi