LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 21:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Saaraan garuu ilmi Aggaar+ ishiin nama Gibxii Abrahaamiif deesse sun Yisihaaqitti akka qoosu ni argiti turte.+

  • Baʼuu 1:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kanaan kan kaʼes, warri Gibxii Israaʼelota garbummaa jala galchan; hojii cimaa akka hojjetanis isaan dirqisiisan.+ 14 Dhoqqee suphee isaan bukeessisuudhaan, xuubii hojjechiisuudhaan, hojii garbummaa hundumaas maasii keessatti isaan hojjechiisuudhaan, hojii cimaadhaan jireenya isaanii isaanitti hadheessan. Eeyyee, isaan hojii garbummaa hundumaatiin haala rakkisaa taʼe keessatti akka dhamaʼan godhan.+

  • Baʼuu 3:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Yihowaanis itti dabaluudhaan akkana jedhe: “Ani dhugumaan rakkina saba koo warra Gibxii keessa jiranii argeera; warra dirqamaan isaan hojjechiisaniin kan kaʼe iyya isaan dhageessisan dhagaʼeera; miidhaa isaan irra gaʼaa jirus akka gaariitti nan beeka.+

  • Hojii Ergamootaa 7:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kana malees, Waaqayyo sanyiin isaa biyya kan isaanii hin taane keessatti orma taʼanii akka jiraatanii fi namoonni sunis garboota godhatanii waggaa 400f akka isaan cunqursan* isatti hime.+ 7 Akkasumas Waaqayyo, ‘Ani saba garboota isaan godhate sanatti nan murteessa;+ kana booda isaan achii baʼanii iddoo kanatti tajaajila qulqulluu anaaf dhiheessu’ jedhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi