Uumama 15:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Achiis Waaqayyo Abraamiin akkana jedhe: “Sanyiin kee biyya kan isaanii hin taane keessatti orma taʼanii akka jiraatanii fi namoonni achi jiranis garboota godhatanii waggaa 400f akka isaan cunqursan beeki.+ Galaatiyaa 4:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Fakkeenyaaf, Abrahaam ilmaan lama akka qabu, isa tokko tajaajiltuu irraa,+ isa tokko immoo dubartii bilisa taate irraa+ akka dhalche barreeffameera; Galaatiyaa 4:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Haa taʼu malee, akkuma yeroo sanatti inni karaa foonii dhalate isa karaa hafuuraa dhalate sana ariʼachuu jalqabe,+ ammas akkasuma taʼa.+
13 Achiis Waaqayyo Abraamiin akkana jedhe: “Sanyiin kee biyya kan isaanii hin taane keessatti orma taʼanii akka jiraatanii fi namoonni achi jiranis garboota godhatanii waggaa 400f akka isaan cunqursan beeki.+
22 Fakkeenyaaf, Abrahaam ilmaan lama akka qabu, isa tokko tajaajiltuu irraa,+ isa tokko immoo dubartii bilisa taate irraa+ akka dhalche barreeffameera;
29 Haa taʼu malee, akkuma yeroo sanatti inni karaa foonii dhalate isa karaa hafuuraa dhalate sana ariʼachuu jalqabe,+ ammas akkasuma taʼa.+