4 Sanyiiwwan Yoseef akka gosa lamaatti ilaalamu turan;+ isaanis Minaasee fi Efreemi;+ isaan biyyattii keessatti Leewwotaaf qooda hin kennine; kanaa mannaa kan isaaniif kennan, magaalota+ keessa jiraatanii fi iddoowwan dheedichaa horiiwwan isaanii fi qabeenya isaaniitiif taʼu qofa ture.+