Uumama 48:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Amma ilmaan kee warri ani gara Gibxii gara keetti dhufuu koo dura biyya Gibxii keessatti siif dhalatan kan koo ti.+ Akkuma Ruubenii fi Simiʼoon kan koo taʼan, Efreemii fi Minaaseenis kan koo ni taʼu.+ 1 Seenaa Baraa 5:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yihudaan+ obboloota isaa kan caaluu fi inni geggeessaa taʼu karaa isaa kan dhufe+ taʼus, mirgi angafummaa kan kenname Yoseefiif ture.
5 Amma ilmaan kee warri ani gara Gibxii gara keetti dhufuu koo dura biyya Gibxii keessatti siif dhalatan kan koo ti.+ Akkuma Ruubenii fi Simiʼoon kan koo taʼan, Efreemii fi Minaaseenis kan koo ni taʼu.+
2 Yihudaan+ obboloota isaa kan caaluu fi inni geggeessaa taʼu karaa isaa kan dhufe+ taʼus, mirgi angafummaa kan kenname Yoseefiif ture.