LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 35:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Achiis, “Maqaan kee Yaaqoobi.+ Kana booda garuu maqaan kee Yaaqoob utuu hin taʼin Israaʼel jedhama” isaan jedhe. Innis Israaʼel jedhee isa waamuu jalqabe.+ 11 Waaqayyo itti dabaluudhaan akkana isaan jedhe: “Ani Waaqa Hundumaa Dandaʼu dha.+ Hori, baayʼadhus. Saboonnii fi gumiin sabootaa si irraa ni argamu;+ mootonnis si* keessaa ni baʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi