LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 25:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Sana booda, obboleessi isaa harka isaatiin koomee Esaawu qabatee dhalate;+ kanaafuu, inni maqaa isaa Yaaqoob*+ jedhee moggaase. Ishiin yommuu isaan deessetti Yisihaaq umuriin isaa waggaa 60 ture.

  • Uumama 27:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Yeroo kanatti Esaawu, “Inni yeroo lamaan kana mirga koo fudhateera; waa malee maqaan isaa Yaaqoob* jedhamee?+ Inni kanaan dura mirga angafummaa koo fudhateera;+ kunoo, amma immoo eebba koo na jalaa fudhate!”+ jedhe. Itti dabaluudhaanis, “Eebba naaf hambiste hin qabduu?” isaan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi