LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 29:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Liyaan ulfooftee ilma ni deesse; ishiin, “Yihowaan dhiphina koo argeera;+ amma abbaan manaa koo na jaallata” jettee maqaa isaa Ruuben*+ jettee moggaaste.

  • Baʼuu 6:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kanneen kun dura buutota mana abbootii isaanii turan: Ilmaan Ruuben isa ilma angafaa Israaʼel+ taʼee Hanook, Paaluu, Hesroonii fi Kaarmii turan.+ Kanneen kun maatiiwwan Ruuben turan.

  • 1 Seenaa Baraa 5:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Ilmaan Ruuben+ isa ilma angafaa Israaʼel taʼe sanaa kanneen kana dha. Inni ilma angafaa taʼus, siree abbaa isaa waan xureesseef*+ mirgi angafummaa isaa ilmaan Yoseef+ isa ilma Israaʼel taʼeef ni kenname; kanaafuu, inni warra dhalootaan mirga angafummaa qaban keessatti hin galmeeffamne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi