LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 30:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Achiis Liyaan, “Waaqayyo kennaa naaf kenneera; eeyyee, kennaa gaarii naaf kenneera. Ani ilmaan jaʼa waanan isaaf daʼeef,+ dhuma irratti abbaan manaa koo naaf obsa”+ jette. Kanaafuu, maqaa isaa Zaabiloon*+ jettee moggaaste.

  • 1 Saamuʼel 1:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 haa taʼu malee, caalaatti Haannaa waan jaallatuuf ishiidhaaf gaʼee adda taʼe kenne; Yihowaan garuu ishiidhaaf ijoollee hin kennine ture.* 6 Kana malees, Yihowaan ijoollee waan ishiidhaaf hin kennineef, masaanuun ishii ishii aarsuudhaaf yeroo hundumaa ishii tuttuqxi turte.

  • Luqaas 1:24, 25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Guyyoota muraasa booda haati manaa isaa Elsaabex ni ulfoofte; jiʼa shaniifis manaa hin baane; akkana jette: 25 “Amma Yihowaan* kana naaf godheera. Inni arrabsoo namoota gidduutti ana irra gaʼu na irraa kaasuuf, xiyyeeffannaa anaaf kenneera.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi