LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 35:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Ilmaan inni Liyaa irraa dhalche, ilma isaa isa angafaa kan taʼe Ruuben,+ achiis Simiʼoon, Leewwii, Yihudaa, Yisaakorii fi Zaabiloon turan.

  • Uumama 46:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Intala isaa Diinaa+ dabalatee kanneen kun ilmaan Liyaan Phaadaan Aaraam keessatti Yaaqoobiif deesse dha. Ijoolleen dhiiraa fi ijoolleen durbaa isaa* walumaa galatti 33 turan.

  • Faarfannaa 127:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Kunoo, ijoolleen* dhaala Yihowaa biraa argamani dha;+

      Firiin gadameessaas kennaa isaa ti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi