LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 33:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Yeroo kanatti Esaawu isa simachuuf gara isaatti fiige; achiis hammatee isa dhungate; lamaan isaaniis ni booʼan. 5 Ol jedhee dubartootaa fi ijoollee sana yommuu ilaalu, “Warri sii wajjin jiran kun eenyu faʼi?” jedhee isa gaafate; innis, “Ijoollee Waaqayyo ana tajaajilaa kee badhaase dha”+ jedhee isaaf deebise.

  • Uumama 48:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Achiis Yaaqoob Yoseefiin akkana jedhe:

      “Waaqni Hundumaa Dandaʼu biyya Kanaʼaan keessatti Luuzitti natti mulʼatee na eebbise.+ 4 Inni, ‘Ani akka hortu gochaan jira; hedduus sin godha; gumii sabootaa akka taatu nan godha;+ lafa kanas sanyii kee warra si booda dhufaniif dhaala dhaabbataa godhee nan kenna’ naan jedhe.+

  • 1 Saamuʼel 2:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yihowaanis Haannaa waan yaadateef, ishiin ni ulfoofte;+ dabalataan ijoollee dhiiraa sadii fi ijoollee durbaa lama ni deesse. Saamuʼel mucichis Yihowaa duratti guddachuu isaa itti fufe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi