Uumama 32:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Boodas halkanuma sana kaʼee haadhotii manaa isaa lamaan,+ tajaajiltoota durbaa isaa lamaanii+ fi ilmaan isaa 11n fuudhatee malkaa Yaaboq ceʼe.+ Faarfannaa 127:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Kunoo, ijoolleen* dhaala Yihowaa biraa argamani dha;+Firiin gadameessaas kennaa isaa ti.+
22 Boodas halkanuma sana kaʼee haadhotii manaa isaa lamaan,+ tajaajiltoota durbaa isaa lamaanii+ fi ilmaan isaa 11n fuudhatee malkaa Yaaboq ceʼe.+