-
Faarfannaa 128:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Haati manaa tee mana kee keessatti akkuma muka wayinii firii godhatuu ni taati;+
Ilmaan kees naannoo maaddii keetti akkuma latiiwwan muka ejersaa ni taʼu.
-