Fakkeenya 3:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Abaarsi Yihowaa, mana isa hamaa irra jira,+Mana qajeelotaa garuu ni eebbisa.+ Fakkeenya 10:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Eebbi Yihowaa sooressa nama godha,+Innis isaa wajjin rakkina* tokko illee hin dabalu. Ibroota 11:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Dabalataanis, amantii malee akka gaariitti Waaqa gammachiisuun hin dandaʼamu; sababiin isaas, namni Waaqayyotti dhihaatu hundi, inni akka jiruu fi warra cimsanii isa barbaaddatan akka badhaasu+ amanuu qaba. Yaaqoob 5:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Kunoo, warra jabaatanii dhaabbatan gammadoo* akka taʼanitti ilaalla.+ Iyyoob jabaatee akka dhaabbate dhageessaniittu;+ wanta Yihowaan* isaaf godhes argitaniittu;+ Yihowaan* jaalala guddaa kan qabuu fi gara laafessa dha.+
6 Dabalataanis, amantii malee akka gaariitti Waaqa gammachiisuun hin dandaʼamu; sababiin isaas, namni Waaqayyotti dhihaatu hundi, inni akka jiruu fi warra cimsanii isa barbaaddatan akka badhaasu+ amanuu qaba.
11 Kunoo, warra jabaatanii dhaabbatan gammadoo* akka taʼanitti ilaalla.+ Iyyoob jabaatee akka dhaabbate dhageessaniittu;+ wanta Yihowaan* isaaf godhes argitaniittu;+ Yihowaan* jaalala guddaa kan qabuu fi gara laafessa dha.+