12 Akka kanaan Yihowaan jireenya Iyyoob isa duraa caalaa jireenya isaa isa boodaa ni eebbise;+ Iyyoob hoolota 14,000, gaalota 6,000, horii cimdii 1,000 fi harroota dhaltuu 1,000 ni horate.+ 13 Kana malees, inni ijoollee dhiiraa dabalataa torbaa fi ijoollee durbaa dabalataa sadii ni argate.+