-
Keessa Deebii 24:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 “Maasii kee irraa midhaan kee yommuu haammattu, maasicha keessatti bissii* tokko yoo irraanfatte isa fudhachuuf hin deebiʼin. Waaqni kee Yihowaan wanta gootu hundumaa irratti akka si eebbisuuf,+ bissiin sun nama biyya ormaatiif, mucaa abbaa hin qabnee fi dubartii abbaan manaa irraa duʼeef dhiifamuu qaba.+
-
-
Faarfannaa 145:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Ijji hundi abdiidhaan gara kee ilaala;
Atis nyaata isaanii waqtii isaatti isaaniif kennita.+
-