LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 19:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “‘Midhaan maasii keessanii yommuu haammattan qarqara maasii keessanii guutummaatti hin haaminaa; qaarmii* maasii keessanii hin funaannatinaa.+

  • Leewwota 23:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 “‘Midhaan maasii keessanii yommuu haammattan qarqara maasii keessanii guutummaatti hin haaminaa; qaarmii maasii keessaniis hin funaannatinaa.+ Hiyyeessaa*+ fi nama biyya ormaatiif dhiisaa.+ Ani Waaqa keessan Yihowaa dha.’”

  • Ruut 2:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Bissii* hidhame keessaa mataa midhaanii luqqisaatii akka ishiin funaannattuuf dhiisaafii; ishii dhowwuufis homaa hin dubbatinaa.”

  • Faarfannaa 41:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Namni rakkataadhaaf yaadu gammadaa dha;+

      Yihowaan guyyaa rakkinaatti isa ni oolcha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi