LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 19:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “‘Midhaan maasii keessanii yommuu haammattan qarqara maasii keessanii guutummaatti hin haaminaa; qaarmii* maasii keessanii hin funaannatinaa.+

  • Keessa Deebii 24:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 “Maasii kee irraa midhaan kee yommuu haammattu, maasicha keessatti bissii* tokko yoo irraanfatte isa fudhachuuf hin deebiʼin. Waaqni kee Yihowaan wanta gootu hundumaa irratti akka si eebbisuuf,+ bissiin sun nama biyya ormaatiif, mucaa abbaa hin qabnee fi dubartii abbaan manaa irraa duʼeef dhiifamuu qaba.+

  • Ruut 2:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Ruut ishiin nama biyya Moʼaab taate Naaʼomiidhaan, “Mee maaloo gara maasii* dhaqeen, nama faara naa tolu biraa qaarmii funaannadha”+ jette. Naaʼomiinis, “Dhaqi, yaa intala too” ishiidhaan jette. 3 Yeroo kanatti ishiin baatee warra midhaan haaman duubaan maasii keessaa qaarmii funaannachuu jalqabde. Akkuma carraa taʼees gara maasii Boʼaaz+ isa fira Eliimeleek+ taʼee dhaqxe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi