-
Uumama 1:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Ani bineensa bosonaa hundumaatiif, uumamawwan samii irra barrisan hundumaatii fi uumamawwan jiraatoo lafa irra sochoʼan hundumaatiif soorata akka taʼuuf biqiltuu lalisaa taʼe hundumaa kenneera.”+ Akkuma kanas ni taʼe.
-