Faarfannaa 147:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Inni horiiwwaniif,Arraagessota xixinnoo nyaata argachuuf iyyaniifis nyaata ni kenna.+ Maatewos 6:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Simbirroota samii hubadhaa ilaalaa;+ isaan sanyii hin facaasan yookiin hin haaman yookiin gootaraatti hin galchan; taʼus Abbaan keessan inni samii isaan soora. Maarree isin isaan caalaa gatii guddaa hin qabdanii?
26 Simbirroota samii hubadhaa ilaalaa;+ isaan sanyii hin facaasan yookiin hin haaman yookiin gootaraatti hin galchan; taʼus Abbaan keessan inni samii isaan soora. Maarree isin isaan caalaa gatii guddaa hin qabdanii?