LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 38:41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Cuuciin ishii gargaarsaaf gara Waaqayyootti yommuu iyyitutti,

      Wanti nyaatamu dhabamuu isaatiin kan kaʼe asii fi achi yommuu joortutti

      Arraagessaaf nyaata kan qopheessu eenyu?+

  • Faarfannaa 136:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Uumama jiraataa* hundumaatiif nyaata ni kenna,+

      Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.

  • Luqaas 12:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Mee arraagessota ilaalaa: Isaan sanyii hin facaasan, hin haamanis; gootaraa yookiin mana kuusaa hin qaban; garuu Waaqayyo isaan ni soora.+ Maarree isin allaattiiwwan caalaa gatii guddaa hin qabdanii?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi