Faarfannaa 147:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Inni horiiwwaniif,Arraagessota xixinnoo nyaata argachuuf iyyaniifis nyaata ni kenna.+ Maatewos 6:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Simbirroota samii hubadhaa ilaalaa;+ isaan sanyii hin facaasan yookiin hin haaman yookiin gootaraatti hin galchan; taʼus Abbaan keessan inni samii isaan soora. Maarree isin isaan caalaa gatii guddaa hin qabdanii? Luqaas 12:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Mee arraagessota ilaalaa: Isaan sanyii hin facaasan, hin haamanis; gootaraa yookiin mana kuusaa hin qaban; garuu Waaqayyo isaan ni soora.+ Maarree isin allaattiiwwan caalaa gatii guddaa hin qabdanii?+
26 Simbirroota samii hubadhaa ilaalaa;+ isaan sanyii hin facaasan yookiin hin haaman yookiin gootaraatti hin galchan; taʼus Abbaan keessan inni samii isaan soora. Maarree isin isaan caalaa gatii guddaa hin qabdanii?
24 Mee arraagessota ilaalaa: Isaan sanyii hin facaasan, hin haamanis; gootaraa yookiin mana kuusaa hin qaban; garuu Waaqayyo isaan ni soora.+ Maarree isin allaattiiwwan caalaa gatii guddaa hin qabdanii?+