LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 38:41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Cuuciin ishii gargaarsaaf gara Waaqayyootti yommuu iyyitutti,

      Wanti nyaatamu dhabamuu isaatiin kan kaʼe asii fi achi yommuu joortutti

      Arraagessaaf nyaata kan qopheessu eenyu?+

  • Faarfannaa 147:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Inni horiiwwaniif,

      Arraagessota xixinnoo nyaata argachuuf iyyaniifis nyaata ni kenna.+

  • Maatewos 10:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Dimbiixiiwwan lama saantima gatii xinnoo qabdu* tokkoon gurguramu mitii? Taʼus, isaan keessaa ishiin tokko illee utuu Abbaan keessan hin beekin lafa irra hin buutu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi