Maatewos 6:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Simbirroota samii hubadhaa ilaalaa;+ isaan sanyii hin facaasan yookiin hin haaman yookiin gootaraatti hin galchan; taʼus Abbaan keessan inni samii isaan soora. Maarree isin isaan caalaa gatii guddaa hin qabdanii? Luqaas 12:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Isin garuu rifeensi mataa keessanii hundi iyyuu lakkaaʼameera.+ Hin sodaatinaa; isin dimbiixiiwwan hedduu caalaa gatii guddaa qabdu.+
26 Simbirroota samii hubadhaa ilaalaa;+ isaan sanyii hin facaasan yookiin hin haaman yookiin gootaraatti hin galchan; taʼus Abbaan keessan inni samii isaan soora. Maarree isin isaan caalaa gatii guddaa hin qabdanii?
7 Isin garuu rifeensi mataa keessanii hundi iyyuu lakkaaʼameera.+ Hin sodaatinaa; isin dimbiixiiwwan hedduu caalaa gatii guddaa qabdu.+