Faarfannaa 33:18, 19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Kunoo, ijji Yihowaa warra isa sodaatan,Warra jaalala isaa isa amanamaa eeggatan ni ilaala;+19 Kanas kan godhu, duʼa irraa isaan* oolchuuf,Yeroo beelaattis lubbuudhaan isaan tursuufi.+ Faarfannaa 37:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Ani dargaggeessan ture, amma garuu dulloomeera,Taʼus namni qajeelaan kam iyyuu yommuu gatamu,+Ijoolleen isaas yommuu nyaata* kadhatan hin argine.+ Maatewos 6:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 “Egaa, hundumaa dura Mootummichaa fi qajeelummaa isaa barbaaduu keessan itti fufaa; wantoonni kun hundis isiniif ni dabalamu.+
18 Kunoo, ijji Yihowaa warra isa sodaatan,Warra jaalala isaa isa amanamaa eeggatan ni ilaala;+19 Kanas kan godhu, duʼa irraa isaan* oolchuuf,Yeroo beelaattis lubbuudhaan isaan tursuufi.+
25 Ani dargaggeessan ture, amma garuu dulloomeera,Taʼus namni qajeelaan kam iyyuu yommuu gatamu,+Ijoolleen isaas yommuu nyaata* kadhatan hin argine.+
33 “Egaa, hundumaa dura Mootummichaa fi qajeelummaa isaa barbaaduu keessan itti fufaa; wantoonni kun hundis isiniif ni dabalamu.+