LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 33:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Namni yeroo hundumaa qajeelummaadhaan deddeebiʼu,+

      Namni wanta qajeelaa dubbatu,+

      Namni buʼaa sirrii hin taanee fi gowwoomsaadhaan argamu jibbu,

      Namni mattaʼaa fudhachuu irraa harka isaa deebisu,+

      Namni waaʼee dubbii dhiiga dhangalaasuu dubbatamu akka hin dhageenyeef gurra isaa qabatu,

      Akkasumas wanta hamaa akka hin ilaalle ija isaa dunuunfatu,

      16 Inni iddoowwan ol kaʼoo irra ni jiraata;

      Dahoo qarsaa keessatti iddoo amansiisaa kooluu itti galu* ni qabaata,

      Nyaata isaa ni argata,

      Dhiheessiin bishaanii isaas matumaa hin dhaabbatu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi