-
1 Mootota 19:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Achiis muka dhandhansaa sana jala ciisee achumaan hirribni isa fudhate. Garuu akkuma tasaa maleekaan tokko isa tuqee,+ “Kaʼiitii nyaadhu”+ isaan jedhe. 6 Innis ol jedhee yommuu ilaalu, daabboon dhagaa hoʼaa irra taaʼee fi bishaan miʼa bishaanii keessa jiru karaa mataa isaatiin jira ture. Innis erga nyaatee dhugee booda deebiʼee ciise.
-