Iyyoob 1:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 1 Biyya Uuz keessa namichi Iyyoob*+ jedhamu tokko jira ture. Inni nama qajeelaa fi amanamaa* ture;+ akkasumas nama Waaqa sodaatuu fi wanta hamaa taʼe irraa fagaatu ture.+ 2 Inni ijoollee dhiiraa torbaa fi ijoollee durbaa sadii qaba ture.
1 Biyya Uuz keessa namichi Iyyoob*+ jedhamu tokko jira ture. Inni nama qajeelaa fi amanamaa* ture;+ akkasumas nama Waaqa sodaatuu fi wanta hamaa taʼe irraa fagaatu ture.+ 2 Inni ijoollee dhiiraa torbaa fi ijoollee durbaa sadii qaba ture.