LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 14:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “‘Namoonni sadan kun, jechuunis Noh,+ Daaniʼelii+ fi Iyyoob+ ishii keessa kan jiran yoo taʼe illee, isaan qajeelummaa isaaniitiin oolchuu kan dandaʼan ofuma* isaanii qofa dha’+ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.”

  • Yaaqoob 5:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yaa obbolootaa, raajota maqaa Yihowaatiin* dubbatan+ ilaalaa, fakkeenya isaan rakkina dandaʼuu+ fi obsa argisiisuudhaan+ isiniif kaaʼan hordofaa. 11 Kunoo, warra jabaatanii dhaabbatan gammadoo* akka taʼanitti ilaalla.+ Iyyoob jabaatee akka dhaabbate dhageessaniittu;+ wanta Yihowaan* isaaf godhes argitaniittu;+ Yihowaan* jaalala guddaa kan qabuu fi gara laafessa dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi