Fakkeenya 11:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Guyyaa dheekkamsaatti qabeenyi* faayidaa hin qabu,+Qajeelummaan garuu duʼa irraa nama oolcha.+ Ermiyaas 15:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Yihowaan akkana naan jedhe: “Museenii fi Saamuʼel na dura yoo dhaabbatan illee,+ ani saba kanatti gara laafina hin argisiisu.* Ana duraa isaan ariʼi. Haa deeman. 2 Pheexiros 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Kanaafuu, Yihowaan* namoota Waaqayyoof bulan qorumsa keessaa akkamitti akka baasu,+ jalʼoota immoo guyyaa murtiitti+ akka balleeffamaniif akkamitti akka tursu beeka;
15 Yihowaan akkana naan jedhe: “Museenii fi Saamuʼel na dura yoo dhaabbatan illee,+ ani saba kanatti gara laafina hin argisiisu.* Ana duraa isaan ariʼi. Haa deeman.
9 Kanaafuu, Yihowaan* namoota Waaqayyoof bulan qorumsa keessaa akkamitti akka baasu,+ jalʼoota immoo guyyaa murtiitti+ akka balleeffamaniif akkamitti akka tursu beeka;