LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 32:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Museenis akkana jedhee Waaqa isaa Yihowaa kadhate:+ “Yaa Yihowaa, ati humna kee isa guddaa fi harka kee isa jabaadhaan biyya Gibxii keessaa saba kee erga baastee booda, aariin kee isaan irratti akka bobaʼu maaliif goota?+

  • 1 Saamuʼel 7:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yeroo kanatti Saamuʼel ilmoo hoolaa hootu tokko fuudhee aarsaa guutummaatti gubamu+ godhee Yihowaadhaaf ni dhiheesse; Israaʼelota akka gargaarus Yihowaa isaaniif kadhate; Yihowaanis deebii isaaf ni kenne.+

  • Faarfannaa 99:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Musee fi Aaron luboota isaa keessaa tokko turan,+

      Saamuʼelis warra maqaa isaa waammatan keessaa tokko ture.+

      Isaan Yihowaa ni waammatu turan,

      Innis isaaniif ni deebisa ture.+

  • Faarfannaa 106:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Inni haxaaʼee isaan balleessuuf kaʼee ture,

      Haa taʼu malee, Museen inni isaaf filatame sun

      Dheekkamsi isaa inni badiisa fidu isaan irraa akka goru gochuuf isaaniif ni kadhate.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi