LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 32:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Kanaafuu, aarii koo isa bobaʼaadhaan haxaaʼee isaan nan balleessa; siin garuu saba guddaa nan godha.”+

      11 Museenis akkana jedhee Waaqa isaa Yihowaa kadhate:+ “Yaa Yihowaa, ati humna kee isa guddaa fi harka kee isa jabaadhaan biyya Gibxii keessaa saba kee erga baastee booda, aariin kee isaan irratti akka bobaʼu maaliif goota?+

  • Keessa Deebii 9:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kanaafuu, guutummaatti isaan nan balleessa; maqaa isaaniis samii jalaa haxaaʼee nan balleessa; siin garuu isaan caalaa saba guddaa fi hedduu nan godha.’+

  • Keessa Deebii 9:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yihowaan akka malee isinitti aaree+ haxaaʼee isin balleessuuf qophaaʼee waan tureef, ani sodaadheen ture. Haa taʼu malee, Yihowaan yeroo sanattis na dhagaʼe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi