-
Yaaqoob 1:2-4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Yaa obboloota koo, yommuu qorumsi adda addaa isin irra gaʼu akka gammachuu guddaatti lakkaaʼaa;+ 3 kana yommuu gootan amantiin keessan inni qoramee ilaalame jabaatanii dhaabbachuu akka isiniif argamsiisu ni beektu.+ 4 Haa taʼu malee, wanti tokko illee utuu isinitti hin hirʼatin, karaa hundumaatiin guutuu fi mudaa kan hin qabne akka taataniif, jabaatanii dhaabbachuun hojii isaa fiixaan akka baasu godhaa.+
-