LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Pheexiros 1:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Qorumsa garaa garaatiin yeroo muraasaaf dhiphachuun yoo isin irra jiraate iyyuu, sababii kanaatiin amma gammachuu guddaa argachaa jirtu;+ 7 qorumsawwan kun kan isin irra gaʼan, amantiin keessan inni qorame,+ inni warqii isa ibiddaan yoo qorame* illee baduu dandaʼu caalaa gatii guddaa qabu sun yeroo Yesuus Kiristoos mulʼatutti galata, ulfinaa fi kabaja akka isiniif argamsiisuufi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi