Iyyoob 42:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Iyyoob michoota isaatiif erga kadhatee+ booda, Yihowaan rakkina Iyyoob ni balleesse,+ badhaadhina isaas isaaf ni deebise.* Yihowaan wanta inni kanaan dura qabu dachaa godhee isaaf ni kenne.+
10 Iyyoob michoota isaatiif erga kadhatee+ booda, Yihowaan rakkina Iyyoob ni balleesse,+ badhaadhina isaas isaaf ni deebise.* Yihowaan wanta inni kanaan dura qabu dachaa godhee isaaf ni kenne.+