LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 32:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ani jaalala amanamaa fi amanamummaa isa ati tajaajilaa keetti argisiiste kana hundumaa argachuuf gaʼumsa hin qabu;+ Yordaanos kana kanan ceʼe ulee koo qofa qabadheeni; kunoo, amma garuu ani buufata lama taʼeera.+

  • 1 Saamuʼel 2:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yihowaan ni hiyyoomsa, ni sooromsas;+

      Inni ni salphisa, olis ni qaba.+

  • 2 Seenaa Baraa 25:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yeroo kanatti Amaaziyaan nama Waaqa dhugaa sanaan, “Garuu taalaantiin 100 inni ani loltoota Israaʼeliif kenne hoo akkam taʼa?” jedhe. Namni Waaqa dhugaa sunis deebisee, “Yihowaan wanta kana irra baayʼee caalu siif kennuu ni dandaʼa” isaan jedhe.+

  • Fakkeenya 22:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Gad of qabuu fi Yihowaa sodaachuun

      Badhaadhina, ulfinaa fi jireenya argamsiisa.+

  • Isaayyaas 61:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Isin bakka qaanii gaʼee dachaa ni qabaattu,

      Isaanis bakka salphinaa qooda argatanitti ni ililchu.

      Eeyyee, isaan biyya isaanii keessatti gaʼee dachaa ni dhaalu.+

      Gammachuun bara baraas kan isaanii ni taʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi