LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 28:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yaaqoobis Ber Sheebaadhaa baʼee gara Kaaraanitti qajeele.+

  • Uumama 30:43
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 43 Namichis baayʼee badhaadhaa taʼe; bushaayee hedduu, tajaajiltoota dhiiraa fi durbaa, akkasumas gaalotaa fi harrootas ni qabaate.+

  • Uumama 32:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Yeroo kanatti Yaaqoob baayʼee sodaate; ni dhiphates.+ Kanaafuu, namoota isaa wajjin turan, akkasumas bushaayeewwan, loonii fi gaalota isaa buufata lamatti hire.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi