-
Uumama 11:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Achiis Taaraan ilma isaa Abraamiin, ilma Kaaraan kan taʼe ilma ilma isaa Looxiin,+ akkasumas Saaraay ishii haadha manaa ilma isaa Abraam taate ni fudhate; isaanis gara biyya Kanaʼaan+ deemuuf Uur ishii magaalaa Kaladootaa taate keessaa baʼanii isaa wajjin deeman. Yeroo boodas gara Kaaraan+ dhufanii achi jiraachuu jalqaban.
-
-
Uumama 27:43Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
43 Egaa yaa ilma koo, akkuman siin jedhu godhi. Kaʼiitii gara obboleessa koo Laabaan isa Kaaraan jirutti baqadhu.+
-