Faarfannaa 34:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Isin qulqulloonni isaa hundi Yihowaa sodaadhaa,Warri isa sodaatan homtuu isaanitti hin hirʼatu.+ Fakkeenya 18:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Kufaatii dura garaan namaa of tuula,+Ulfina argachuu duras gad of qabuun jira.+