LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 11:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Yeroo of tuulummaan dhufu salphinnis ni dhufa,+

      Ogummaan garuu warra humna isaanii beekan biratti argama.+

  • Daaniʼel 5:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Kanaa mannaa, Gooftaa samii irratti ol of qabde;+ miʼawwan mana isaa akka siif fidanis ni goote.+ Achiis ati, guguddoonni kee, saajjatoonni kee fi haadhotiin manaa kee warri kaan daadhii wayinii ittiin dhugdanii waaqolii meetii, warqii, sibiila diimaa, sibiila, mukaa fi dhagaa irraa tolfaman warra homaa hin argine, hin dhageenyee fi hin beekne jajattan.+ Waaqa isa hafuurri kee fi daandiiwwan kee hundi harka isaa keessa jiruuf garuu ulfina hin kennine.+

  • Daaniʼel 5:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Halkanuma sana Belshaazaar inni mootii Kaladootaa taʼe ni ajjeefame.+

  • Hojii Ergamootaa 12:21-23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Guyyaa qophiin addaa godhame tokkottis Heroodis uffata mootii uffatee, barcuma murtii irra taaʼee uummatichaaf haasaa dhiheessuu jalqabe. 22 Namoonni walitti qabaman sunis, “Kun sagalee waaqaa ti malee, sagalee namaa miti!” jedhanii iyyuu jalqaban. 23 Heroodis Waaqayyoof ulfina waan hin kennineef yeruma sana maleekaan Yihowaa* isa rukute; innis raammoodhaan nyaatamee duʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi