LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 21:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Wanta dhufaa jiru kana ilaali:

      Namoonni gaarii waraanaa fardeen cimdiidhaan harkifamuun dhufaa jiru!”+

      Achiis sagalee isaa ol kaasee akkana jedhe:

      “Kufteetti! Baabilon kufteetti!+

      Inni fakkiiwwan waaqolii ishii warra bocaman hundumaa lafatti gatee caccabseera!”+

  • Ermiyaas 51:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Baabilon akkuma tasaa kufteetti, cabdeettis.+

      Ishiidhaaf booʼaa!+

      Tarii fayyuu waan dandeessuuf, dhukkuba ishiitiif zayitii baalsaamii fidaa.”

  • Ermiyaas 51:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Magaalaan isaa kallattii hundumaatiin qabamuu ishii mootii Baabilonitti himuuf,

      Namni ergaa dabarsu tokko nama ergaa dabarsu kan biraa argachuuf,

      Ergamaan tokkos ergamaa kan biraa argachuuf ni fiiga;+

  • Ermiyaas 51:39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 “Yommuu isaan dharraʼanitti,

      Akka gammadaniif, affeerraa isaanii isaaniif nan qopheessa, isaan nan macheessas;+

      Achiis hirriba bara baraa

      Isa irraa dammaquu hin dandeenye ni rafu”+ jedha Yihowaan.

  • Ermiyaas 51:57
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 57 Ani guguddoota ishii fi namoota ishii warra ogeeyyii taʼan,

      Bulchitoota ishii fi bulchitoota ishii warra gad aanoo, akkasumas loltoota ishii nan macheessa,+

      Isaanis hirriba bara baraa

      Isa irraa dammaquu hin dandeenye ni rafu”+ jedha Mootichi, inni maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa taʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi