Miikiyaas 6:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yaa namaa, inni wanta gaarii taʼe sitti himeera. Yihowaan maal si irraa* barbaada? Haqa* akka raawwattu,+ amanamummaa akka jaallattu,*+Gad of qabuudhaan*+ Waaqa kee wajjin akka deddeebitu qofa mitii?+ 1 Pheexiros 5:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Haaluma wal fakkaatuun, isin dargaggoonni jaarsoliidhaaf bitamaa.+ Walitti dhufeenya walii wajjin qabdaniin hundi keessan gad of qabuu uffadhaa;* sababiin isaas, Waaqayyo warra of tuulan ni morma, warra gad of qabaniif garuu gaarummaa guddaa ni kenna.+
8 Yaa namaa, inni wanta gaarii taʼe sitti himeera. Yihowaan maal si irraa* barbaada? Haqa* akka raawwattu,+ amanamummaa akka jaallattu,*+Gad of qabuudhaan*+ Waaqa kee wajjin akka deddeebitu qofa mitii?+
5 Haaluma wal fakkaatuun, isin dargaggoonni jaarsoliidhaaf bitamaa.+ Walitti dhufeenya walii wajjin qabdaniin hundi keessan gad of qabuu uffadhaa;* sababiin isaas, Waaqayyo warra of tuulan ni morma, warra gad of qabaniif garuu gaarummaa guddaa ni kenna.+