-
Luqaas 14:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 “Namni tokko yommuu cidha gaaʼelaa irratti si affeeru iddoo hunda irra caalu hin taaʼin.+ Tarii namni si caalaa bakka guddaa qabu affeeramee taʼuu dandaʼa. 9 Achiis namichi lamaan keessan affeere sun dhufee, ‘Iddoo kana nama kanaaf gadhiisi’ siin jedha. Atis qaanoftee dhaqxee iddoo hunda caalaa gad aanaa taʼe teessa.
-