Fakkeenya 25:6, 7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Mootii duratti ulfina ofiif hin kennin,+Namoota beekamoo gidduus hin taaʼin,+ 7 Sababiin isaas, nama guddaa duratti si salphisuu isaa mannaa,“Gara kanaatti ol kottu” utuu siin jedhee wayya.+
6 Mootii duratti ulfina ofiif hin kennin,+Namoota beekamoo gidduus hin taaʼin,+ 7 Sababiin isaas, nama guddaa duratti si salphisuu isaa mannaa,“Gara kanaatti ol kottu” utuu siin jedhee wayya.+