Faarfannaa 131:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 131 Yaa Yihowaa, garaan koo of tuultuu miti,Ijji koos of jajjuu miti;+Ani wantoota baayʼee guguddaa taʼanYookiin wantoota humna kootii ol taʼan hin hawwine.+
131 Yaa Yihowaa, garaan koo of tuultuu miti,Ijji koos of jajjuu miti;+Ani wantoota baayʼee guguddaa taʼanYookiin wantoota humna kootii ol taʼan hin hawwine.+